Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach obbo Musxafee Mahaammadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii Naannoo Somaalee ta’uun filatamuu isaaniif ergaa baga geessaniigammaddanii dabarsaniiru.

Aadde Adaanach ergaa fuula feesbuukii isaanirratti barreessaniin obbo Musxafeef bara hojii gaarii hawwaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.