Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Oosmaan Diiyoon waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Oosmaan Diiyoon waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota ijaarsa Tarsiimoowaa dhaabbilee,Dhiyeessii Bishaan dhugaatii, sirna balfa dhabamsiisuu fi kanneen biroorratti xiyyeeffachuun mari’achuu isaanii ibsameera.
Baankiin Addunyaa dhimmoota murteessoo ta’an kanneenirratti deeggarsa taasiisaa jiru Aadde Adaanachi galateeffataniiru.
Odeefannoo dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.