Fana: At a Speed of Life!

Aadde Ayinaalam Niguseen Garee Jilaa Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalam Niguseen Afrikaa Bahaatti Garee Jilaa Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa waliin mari’ataniiru.

Mariin isaanis dhimmoota waliin hojjechuu dandeessisanirratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Gareen jilichaa turtii Ityoophiyaattii taasisaniin, jijjiirama Ityoophiyaan eegalte gama milkeessuutiin galii guddisuuf hojiilee ijaarsa dandeettii irratti xiyyeeffachuun walitti dhiyeenyaan akka hojjetan eeramuu ragaan ministeerichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.