Fana: At a Speed of Life!

Aadde Meelatawarqi Hayiluun Walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaalessaa ta’uun mudaman

Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Aadde Meelatawarqi Hayiluu Walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaalessaa taasiisuun mudeera.

Mudamni dhiyaate sagalee kan hin laanne tokkoo fi sagalee caalmaan lakkoofsa 2/2016 ta’uun ragga’eera.

Aadde Meelatawarqis sirna waadaa galuu raawwataniiru.

Walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa kan turan Burtukaan Miidhaksaan Hagayya 1, 2015 fedhii isaaniin aangoo gadi dhiisuun kan yaadatamuudha.

Yohaannis Daribawutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.