Fana: At a Speed of Life!

Aadde Samaariittaa Sawaasawu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Cheek Rippaabiliik waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 23,2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samaariittaa Sawaasawu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Cheek Rippaabiliik Ambaasaaddar Miiroozilaav Kooseek waliin mari’atan.

Mariisaaniin hariiroo biyyoota lameeniirratti bal’inaan mari’achuu ragaan Ityoophiyaatti Embaasii Cheek Riippaabiliik irraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.