Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Baabbilleetti Manni Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Waayyuu eebbifame

Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Godina Harargee bahaa aanaa Baabbilleetti manni barumsaa Ifa Boruu Waayyuu kan baasii Miiliyoona 36 oliin ijaarame eebbifamuun tajaajilaaf qophii ta’uu ibsameera.

Mana barumsicha kan eebbisiisan Preezdaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ta’uu ibsameera.

Sirna eebbichaa irratti Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa aadde Sa’aadaa Abduramaan dabalatee Preezdaantii bulchiinsa Mootummaa Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad fi Preezdaantii bulchiinsa naannoo hararii obbo Oordiin Badrii akkasuma Abbootii Gadaa fi jaarsoliin biyyaa argamaniiru.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.