Fana: At a Speed of Life!

Aarbaa Mincitti proojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman

Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Magaalaa Aarbaa Mincitti Hospitaalli sadarkaa jalqabaa fi bu’uuraaleen misoomaa garaagaraa eebbifamaniiru.
Magaalaa Aarbaa Mincitti Hospitaala sadarkaa jalqabaa Dilfaanaa dabalatee bu’uuraaleen misoomaa 6 Birrii miiliyoona 16.8 oliin hojjetaman eebbifamaniiru.
Sirna eebbichaarratti Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasee Caafoo fi Ministir Deettaan Ministeera Fayyaa aadde Alematsaay Phaawuloos dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoo naannoo Kibbaa fi bakka buutoonni hawaasaa argamaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.