Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Taayitichaa deeggarsa qorichoota walla’aansa Birrii kuma 800tti tilmaamamu raayyaa ittisa biyyaaf taasise

Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa qorichoota walla’aansa Birrii kuma 800tti tilmaamamu taasiseera.

Daayrektarri waajjira abbaa taayitichaa Heraan Garbaa, raayyaa ittisa biyyaa birmaddummaa biyyaatti kabachisuuf miidhaamaniif kan ooluu qorichoota Birrii kuma 800tti tilmaamamu taasisuu himaniiru.

Hoggantoonnii fi hojjettoonni abbaa taayitichaa raayyaa ittisaaf miindaasanii baatii tokko laachuus himaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.