Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Taayitichaa miidiyaa ‘online’ Addis Istaandard ittise

Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa miidiyaan ‘online’ Addis Istaandard labsii Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa baase darbuu isaan hojiirraa ittisuu beeksiise.
Abbaan Taayitichaa argannoo hordoffiin argame, komii fi hariiroo garee ABUT waliin qabu hordofee yeroof hojiirra ittisuu ifoomseera.
Qorannoon hanqina namuusaa miidiyaa irratti gaggeeffamaa kan ture yoo ta’u, adabbiin dabalataa irratti fudhatamuu akka danda’u abbaan Taayitichaa ibseera.
Miidiyaaleen hundi namuusa miidiyaa bu’uura godhachuu fi olaantummaa seeraa kabajuun hojjechuu akka qaban waamicha dhiyeesseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.