Fana: At a Speed of Life!

Abbaan taayitichaa waliigaltee ijaarsa daandii 4 dhaabbilee ijaarsaa waliin walii mallatteesse

Finfinnee, Gurraadhala 12, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa waliigaltee ijaarsaa daandiiwwan 4 dhaabbilee ijaarsaa waliin walii mallatteesse.
 
Daandiiwwan kanneen Birrii biiliyoona 4.8 oliin ijaarramu.
 
Abbaan taayitichaa waliigalticha kan mallatteesse hojii diizaayinii fi ijaarsa daandii Qoshee – Miixxoo -Waraabee, Gaambeellaa – Abbooboo – Dimaaloot, maqa Gishaniifi.
 
Dabalataan ijaarsa daandii Gonjii – Qolalaatifi( Qoree Addisaalam) waliigaltichi kan mallattaa’e.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.