Fana: At a Speed of Life!

Abdiin nuti barootaf hawwaa turre hangam gara dhugaatti jijjiiramaa akka dhufe argineerra – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Abdiin nuti barootaf hawwaa turre hangam gara dhugaatti jijjiiramaa akka dhufe argineerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa.

Sosochiin Inisheetivoota qonnaa jalqabne hundinuu dinagdee baadiyyaa naannoo keenyaa gama; wabii nyaata mirkaneessuun, omisha alaa galchiinu biyyatti omishuun, Al-ergii keenya dabaluufi carraa hojii uumuun tiransiformeshiinii qonna biyya keenyaa mirkaneessaa jiru. Barana akka naannootti lafa hektaara. mil.1.6 sanyii boqolloon uuwwifameera.

Egereen Itiyoophiyaa wabii nyaataa mirkaneessuun dhugooma.

Oromiyaa ni ijaarra!

Itiyoophiyaa ni utubna!

Gaanfa Afrikaa ni tasgabbeessina!

Waaqnis nu gargaara!

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.