Fana: At a Speed of Life!

ABUT Hospiitaala Shiidihoo Maaqeetitti qabeenya Birrii miiliyoona 35 tilmaamumu saamuun kaan ammoo barbadeesseera

Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Hospiitaala Shiidihoo Maaqeetitti qabeenyaa Birrii miiliyoona 35 tilmaamumu saamuun kaan ammoo barbadeessuun isaa ibsameera.

Akka gabaasa AMK’tti abbootiin qabeenyaa Amaaraa gareen shororkeessaa ABUT godinalee Walloo Kaabaa fi Gondaar Kibbaatti bu’uraalee misoomaarratti miidhaa qaqqabsiisee daawwataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.