Fana: At a Speed of Life!

Adaamaan Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta’e

Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Dorgommii Madaallii Guddattoota Oromiyaan Magaalli Adaamaa Godina Jimmaa 2-0n injifachuun Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta’eera.

Dorgommiin Madaallii Guddattoota Oromiyaa Umrii waggaa17 gadii bara 2015 olaantummaa Magaalaa Adaamaan xumuramuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.