Fana: At a Speed of Life!

Agarsiifni Daldala Idil Addunyaa Ityoo Chaambar 13ffaan ifatti baname

Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Agarsiifni Daldala Idil Addunyaa Ityoo Chaambar 13ffaan har’a ifatti banameera.

Manni Maree Daldalaa fi Dameewwa Waldaalee Daldaalaa Ityoophiyaa fi Ministeerri Daldalaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa waloon kan qopheessan agarsiifni Daldalaa Idil Addunyaa Ityoo Chaambar 13ffaan har’a ifatti banameera.

Agarsiisa kanarartti dhaabbileen biyya keessaa fi alaa 250 ol ta’an oomisha isaanii qabatanii kan hirmaatan ta’uu eerameera.

Dhaabbileen oomishtootaa fi tajaajilaa garaagaraa agarsiisicharratti hirmaachaa jiraachuu eerameera.

Agarsiifni daldalaa kun har’aa eegalee hanga Ebla 23,2015 kan turu ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.