Fana: At a Speed of Life!

Amantoonni wayita ayyaana Cuuphaa kabajan COVID-19f akka hin saaxilamneef ofeeggannoo taasisuu qabu – Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa

Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Amantoonni wayita ayyaana Cuuphaa kabajan COVID-19f akka hin saaxilamneef ofeeggannoo taasisuu akka qaban Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa beeksise.
Barreessaa Olaanaa Yaa’ichaa Qeesis Taagaay Taaddalaa ibsa laataniin, lakkoofsi namoota vaarasichaan qabamanii dabalaa jiraachuu himaniiru.
Kabaja ayyaana Cuuphaa irratti amantoonni ofeeggannoo vaayraasichaa hojiirra oolchuu akka qaban waamicha taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.