Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Alamtsahaay Masarat Ministir Deetaa Dhimma Alaa Ugaandaa waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Ugaandaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamtsahaay Masarat Ministir Deetaa Dhimma Alaa Ugaandaa Okeelloo Oriyam waliin mari’atan

Ugaandaatti Embaasiin Ityoophiyaa karaa miidiyaa hawaasummaan akka ibsetti, qondaaltonni lameen hariiroo gamlamee Ityoophiyaa fi Ugaandaarratti mari’ataniiru.

Marii isaaniin dhimma naannawaarratti yaada waljijjiiruun eerameera.

Amnbaasaaddar Alamtshaay dhimma Ityoophiyaa irraatti Ministir Deetaa Dhimma Alaa Ugaandaaf ibsa kennuu eembaasichi ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.