Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee godhatan biyyoota garaagaraa waliin mari’ataniiru

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, ambaasaaddaroota biyyoota gara garaa teessoo isaanii Finfinnee godhatan waliin mari’ataniiru.
 
Dhimmoota waloo fi idil addunyaa irratti ambaasaaddaroota Baangilaadiish, Hind, Siriilaankaa, Kooriyaa Kibbaa fi Chaayinaa waliin mari’ataniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.