Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen dhaabbata mootummoota gamtoomanitti qindeessaa dhimmoota namoomaa fi gargaarsa hatattamaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaan dhaabbii Ityoophiyaa ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti qindeessaa dhimmoota namoomaa fi gargaarsa hatattamaa Maark Loowkuuk waliin mari’atan.

 

Haala deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuun danda’amurratti xiyyeeffachuun mari’ataniiru.
Akkaataa bu’uuraalee misoomaa naannoo Tigraay tajaajila eegalchiisuun danda’amurrattis yaada waljijjiiruu ragaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaa dhaabbii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.