Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Tashoomaan Ministeera Alaa Chaayinaatti Daayreektara dhimmoota Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaan Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti Daayreektara Dhimmoota Afrikaa Wuu Peeng waliin mari’ataniiru.
Hariiroo waloo, naannawaa fi dhimmoota idil addunyaarratti marii taasiisaniiru.
Ambaasaaddar Tashoomaan Toogaan dhimma keessoo Ityoophiyaa, waldhabdee daangaa Ityoo Sudaanii fi hidha haaromsaa ilaalchisee Wuu Peengiif ibsa taasiisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.