Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaddar Dooktar Silashii Baqqaalaan xalayaa muudamaa Pirezidaanti Joo Baayidaniif dhiyeessan

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Dooktar Silashii Baqqalaa xalayaa muudamaa isaanii Pirezidaantii Ameerikaa Joo Baayidaniif dhiyeessaniiru.

Ambaasaaddarichi Waajjira Ministeera Dhimma Alaatti Gargaaraa Dura Taa’aa Dhimmoota Afriikaa Mooli Fii waliin dhimmoota gam-lameeniirratti marii bu’aa qabeessa taasisuu ragaan Ministeeraa Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Kanaa dura waltajjii Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan qopheessanirratti hirmaataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.