Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaaf tumsa taasisuuf murannoo qabaachuu ibsite

Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Ameerikaan hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaaf tumsa barbaachisu taasisuuf murannoo qabaachuu Ministeera Dhimma Alaa biyyattiitti gargaartuun Ministiraa Dhimmoota Afrikaa Moolii Fii ibsan.

Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti gargaartuu Ministiraa Dhimmoota Afrikaa Moolii Fii waliin dhimmoota waloo fi naannawaarratti mari’ataniiru.

Obbo Dammaqaan haala hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaa ilaalchisuun ibsa taasiisaniiru.

Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatt gargaartuun Ministiraa Dhimmoota Afrikaa Moolii Fiin gama isaaniin biyyi isaanii hojiirra oolmaa waliigaltichaaf tumsa barbaachisu taasiisuuf murannoo qabaachuu ibsuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.