Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan talaalli Covid -19 doozii kuma dhibba 3 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Ameerikaan talaalli Covid -19 doozii kuma dhibba 3 fi kuma 2 fi 400 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisu beeksiifte.
Talaalliin Ameerikaan deeggarsa taasiifte kun Joonsa anda Joonsa kan jedhamu ta’uu Ityoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiiseera.
Talaallichi weerara vaayrasii koroonaa Ityoophiyaa keessa jiru Ittisuu fi to’achuuf shoora olaanaa qabaachuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.