Fana: At a Speed of Life!

Atileet Daraartuu Tulluu Ittaantuu Pireezidaantii Atileetiksii Afrikaa ta’an

Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Gargaartuun Koomishinaraa Atileet Daraartuu Tulluun Ittaantuu Pireezidaantii Atileetiksii Afrikaa ta’uun filataman.

Gargaartuu Komishinaraa Atileet Darartuu Tulluun xumura walga’ii Konfedereeshinii Atileetiksii Afrikaa har’a Zaambiyaa magaalaa Luusaakaatti gagggeeffamerratti Ittaantuu Pireezidaantii ta’uun akka hogganan konfedereeshinichi sagalee guutuun raggaasiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.