Fana: At a Speed of Life!

Atleet Misgaanaa Waaqumaa dorgommii tarkaanfii meetira kuma 10 injifate

Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Fiigicha Shaampiyoonaa Atleetiksii guddatootaa fi Dargaggootaa Afrikaa Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamaa jiruun Atleet Misgaanaa Waaqumaa dorgommii tarkaanfii meetira kuma 10 injifateera.

Dorgommii tarkaanfachiisaa meetira kuma 10 dhiiroota umrii waggaa 20 gadii gidduutti ganama kana gaggeeffameen Atleet Misgaanaan sadarkaa 1ffaan xumruruun meedaaliyaa Warqee argachuu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Dorgommiin kun itti fufuun har’a fiigichi xumuraa fageenyoota garaagaraan kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.