Fana: At a Speed of Life!

Atleet Xiruunesh Dibaabaan turtii waggoota 4 booda gara fiigichaatti deebi’uufi

Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan yeroo 3 Olompikii fi Shaampiyoonaan yeroo 5 Shaampiyoonaa Addunyaa Atleet Xiruunesh Dibaabaan turtii waggoota 4 booda gara fiigichaatti deebi’uuf ta’uu ibsame.

Atleet Xiruunesh fiigicha walakkaa Maaraatoonii Hiiwustaan 22ffaa guyyoota 10 booda gaggeeffamurratti kan hirmaatti ta’uu eerameera.

Kanaanis Atleetiin Ameerikaa Emlii Siisanii fi Atleetiin Ityoophiyaa Hiyiwaat Gabrakidaan waliin morkii cimaa ni taasiiftiin kan eegamu ta’uu EBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.