Fana: At a Speed of Life!

Lammileen kuma 1 fi 232 gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Lammileen kuma 1 fi 232 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa kumni 1 fi 231 dhiirota, dubartii 1 fi guddattoonni umriin isaanii waggaa 18 gadii 12 ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Lammiileen kunneen wayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti simannaa fi kunuunsi barbachisaan taasifamuu akkasumas, hojiin maatiin walquunnamsiisuu gaggeefamuun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.