Fana: At a Speed of Life!

Baalli Sammuu namaa Adoochu Kiiloo Giraamni 15 Mana Daadhiitti to’atame

Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Baallii Sammuu namaa Adoochu Kiiloo Giraamni 15 Magaalaa Finfinnee Mana Daadhii tokko keessatti to’atamuu Poolisiin Magaalichaa beeksiiseera.

Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaa Aanaa 6 keessatti Baalli Sammuu namaa Adoochu wayita gurgurtaaf socho’aa ture mana Daadhii tokko keessatti to’atameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.