Fana: At a Speed of Life!

Baankichi sarara diriirsa dhiyeessii humna elektirikaa Ityoo-Jibuutiif doolaraa miiliyoona 83.6 raggaasise

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Baankiin Misooma Afrikaa sarara diriirsa dhiyeessii humna elektirikaa Ityoo-Jibuutiif doolaraa miiliyoona 83.6 raggaasiiseera.

Baankichi daangaa Ityoo-Jibuutii kan ijaarramuuf dhiyeessii humna elektiraa kan ooluu liqaawwan yeroo dheeraatti kaffalamaan lama ifoomseera.

Baankiichi laqaawwan lama raggasiisee keessaa doolaraa miiliyoona 69.65 Ityoophiyaaf akkasumas doolaraa miiliyoona 13. 93 Jibuutiif kan laatuu ta’uu ibsameera.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.