Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Addunyaa fi Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa fooyya’insa diinagdee biyyaaf maallaqa barbaachisu keessaa %60 uwwisuuf waliigalan

Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Baankiin Addunyaa fi Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) Ityoophiyaa fooyya’insa diinagdee biyyaaf maallaqa barbaachisu Doolaara biiliyoona 10 keessaa walakkaadhaa ol uwwisuuf waliigalan.

Ityoophiyaan fooyya’insa diinagdee biyyaa itti fufiinsa qabuu fi fayyadamummaa ummataa mirkaneessu danda’u ifoomsiteetti.

Ministiri Deettaan Ministira Maallaqaa Dooktar Iyoob Takkaaliny hojiiwwaan fooyya’insa waliin walqabatee rakkinoota sirna faayinaansi duraan ture sirreessuun imaammatni maallaqaa fooyyaa’uu himaniiru jechuun Faasikaw Taaddaseetu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.