Fana: At a Speed of Life!

Baatii Onkololeessaa daldala alaarraa galiin doolaarri miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 11.5 argame

Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC)- Baatii Onkololeessaa daldala alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbbi 3 fi miiliyoonni 11.5 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiseera.

Baatii Sadaasaatti daldalaa alaarraa doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 58.9 argachuuf karoorfamee doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 11.5 argamuu ibsameera.

Karoora baatii Sadaasa hanga Muddee 30, 2014ttis daldalaa alaarraa doolaraa Ameerikaa biiliyoona 1.4 argachuuf karoorfachuu ragaan ministeericharra argame ni muul’dhisa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.