Fana: At a Speed of Life!

Balaa Tiraafikaa Naannawaa Arba Miincitti mudateen lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)-Godina Gamoo Naannawaa Arbaa Miincitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbu Poolisiin Godinicha ibse.
Balichaan konkolachisaa dabalatee lubbuun namoota sadii darbuu fi namoota 6 irraa immoo miidhaan salphaa qaqqabuu Ajajaan Poolisii Godinichaa Inispeektar Dabbabaa Oontaa ibsuu TOI gabaaseera.
Balichis konkolaataan deddeebisaa ummataa Garaseerraa gara Arbaa Minchi imalaa ture sigigaatee garagaluun kan uumame ta’uun eerameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.