Fana: At a Speed of Life!

Balaa tiraafikaan lubbuun namoota shanii darbe

Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC) – Godina Goojjam Bahaa Magaalaa Lumaameetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota shanii darbe.

Har’a Ambulaansiin Dabira Maariqoosirraa gara Shebel Barantaatti imalaa ture bakka “Dam Afassi” jedhamu oggaa ga’u konkolaataa miila sadii (baajaajii) waliin walitti bu’uun balichi qaqqabuu eerameera.

Balichi Naannoo sa’aatii 10:00 tti mudachuu fi lubbuun namootaa shanii darbuu ragaan Qajeelcha Poolisii Godina Goojjam Bahaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.