Fana: At a Speed of Life!

Bareedduun  Oromiyaa bara 2014 filatamtu (Face of Oromia) ta’uun turizimii Oromiyaa ni beeksisti jedhame

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Turizimii addunyaa beeksuuf bareedduun  Oromiyaa bara 2014 filatamtu (Face of Oromia) ta’uun turizimii Oromiyaa ni beeksisti jedhameera.

Komishiniin Turizimii Oromiyaa sirna beekkamtii laachuu fi (miss Oromia) Oromiyaa filachuuf Hoteela Sharaatanittii waltajjii gaggeessaa jira.

Sirnicha irrattis qaamolee garagaraa gama turizimii beeksisuun hojii hojjetani fi bareedduun Oromiyaa (Miss Oromia) ni filatamti jedhameera.

Bareedduun Oromiyaa filatamtuus hojii turizimii beeksisuu kan hojjettuu ta’uu Daayreektarri misooma gabaa fi dhaadeessa turizimii  Obboo Ifa Baas Abdulwahaab himaniiru.

Jamiilaa Jamaaltu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.