Fana: At a Speed of Life!

Barreessaa Olaanaan IGAD boqochuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoot Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoohu boqochuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.
Umrii isaanii guutuu qabsoo Oromootiif kan gumaachan Hayyuu dureen ABO Duraanii fi Qabsaa’aan Gameessi Oromoo obbo Galaasaa Dilboo addunyaa kanarraa du’aan Boqachuu isaanii Gaddi natti dhaga’ame Guddaadha jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.