Fana: At a Speed of Life!

Biirichi hojjettoota bu’aa gaarii galmeessaniif beekkamtii laate

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Biirioon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee hojjettoota raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif beekkamtii laateera.
Magaalichaatti baatiwwan 11n darbanitti galiin Birriin biiliyoonni 39.5 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee beeksiiseera.
Galii walitti qabuuf karoorfate keessaa % 92 milkeessuu ibseera.
Biirichi hojjettoota raawwii hojii olaanaa galmeessaniif beekkamtii laachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Bara baajatichaa Birrii biiliyoona 42 ol walitti qabuuf karoorfamee hanga ammaatti Birrii biiliyoonni 39.5 walitti qabamuu himameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.