Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Galiiwwanii naannoo Amaaraa baatii shaan keessatti galii Birrii biiliyoona 5.5 walitti qabe

Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii naannoo Amaaraa baatii shaan keessatti galii Birrii biiliyoona 5.5 walitti qabuu beeksise.

Hoggantuun biirichaa aadde Bizu’aayyahu Biyaazin akka ibsanitti, Birrii biiliyoona 5.8 walitti qabuuf karoorfamee, Birrii biiliyoona 5.5 walitti qabamuun danda’ameera jedhan.

Aadde Bizu’aayyahu Biyaazin galiin walitti qabame kan bara darbee waliin wal bira yoo qabamu, Birrii biiliyoona 1.1 caalmaa qabachuu himaniiru.

Biirichi bara baajata kanatti Birrii biiliyoona 14.1 walitti qabuuf karoorfateera.

Naatnaa’eel Xigaabuutu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.