Fana: At a Speed of Life!

Birgaadeer Jeneraal Geetaachoo Shifarraa Daayreektara humna qophummaa Baha Afrikaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Birgaadeer Jeneraal Geetaachoo Shifarraa Daayreektara humna qophummaa Baha Afrikaa waggoota sadan dhufanii ta’uun muudamuu isaanii ibsame.
 
Dhaabbatichi hoggantootaa haaraa bakka buusaa adeemuun isaa gara fuulfuraatti caalmaatti dhaabbata dhiibbaa uumuu danda’u fi kallattii sirriirrra akka imalu taasisa jedhame.
 
Jeneraal Geetaachoon Waajjira dhaabbatichaa Naayroobiitti argamutti itti gaafatamummaa fudhachuu isaanii ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI irraa argame ni muul’isa.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.