Fana: At a Speed of Life!

Birgaadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo Ajejaa humna addaa naannoo Amaaraa ta’uun ramadaman

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Birgaadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo Ajejaa Humna addaa naannoo Amaaraa ta’uun ramadamaniiru.

Preezdaantiin naannoo Amaaree obbo Aganyahu Tashaagar Birgaadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo dabalatee qondaaltoonni waraanaa olaanoon dhaabbilee nageenyaa garaagaraa akka hoggananiif ramaduu isaanii AMC gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.