Fana: At a Speed of Life!

Bishaan kuusuun malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Bishaan kuusuudhaan malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Muummeen ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isanaiin akka jedhanitti rooba tibbanaatiin Booranaatti nyaanni horii fi saliixiin bal’inaan omishamaniiru.

Waggaa utuu hinguutiin hongeerraa gara omishtummaatti cehamuun abdii kan namatti horu ta’uu himaniiru.

Kanaaf, bishaan kuusuun malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya jedhaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.