Fana: At a Speed of Life!

Biyyoonni guddinarra jiran waltajjii idil addunyaarratti bakka bu’iinsa haqa qabeessa qabaachuu qabu- Chaayinaa

Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) –Biyyoonni guddinarra jiran waltajjii idil addunyaarratti bakka bu’iinsa haqa qabeessa qabaachuu akka qaban Ministirri Alaa Chaayinaa Waang Yuun ibsan.

Biyyoonni guddinarra jiran dhiibbaa biyyoota badhaadhanii waltajjii idil addunyaarratti murtaa’uun miidhamoo ta’uu akka hin qabne eeraniiru.

Chaayinaan yeroo kamiiyyuu waltajjii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti sagalee biyyoota guddinarra jiranii ta’uu itti fufti jedhan.

Biyyoota kanneen waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu mirkaneessaniiru.

Waang Yuun haala waaqtaawaa idil addunyaa Chaayinaa fi Taayiwaan ilaalchisee ibsa laachuu isaanii CGTN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.