Fana: At a Speed of Life!

Boordichi marsaa 3ffaan dhaabbilee waldaa Siiviilii 57f beekkamtii laachuu ifoomse

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa dhaabbilee Waldaa Siiviilee 57f marsaa 3ffaan beekkamtii laachuu ifoomseera.
Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa dhaabbileen waldaa Siiviilii filannoorratti barnoota akka laatan waamicha dhiyeesseen dhaabbilee waldaa Siiviilii iyyannoo galchatan gamaaggamuun kanneen ulaagaa guutaaniif marsaa 1ffaa fi 2ffaan beekkamtii laachuun isaa kan yaadatamuudha.
Boordichi marsaa 3ffaan Dhaabbilee waldaalee Siiviilii 57f beekkamtii laachuu beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.