Fana: At a Speed of Life!

Boordichi sanada qajeelfama mariin Paartilee gidduutti taasiifamu itti durfamu raggaasiise

Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Sanadni Qajeelfama marii paartilee siyaasaa, Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Paartileen siyaasaa bara 2011 raggaasiisanii turan irra deebiin fooyya’ee ba’e marii bal’aa booda ragga’eera.
Sanadni qajeelfama marii paartilee siyaasaa kun mariin gaggeeffamu namuusaan kan deeggaramee fi rakkoo wal amanuu dhabuu kan maksu ta’uu ibsameera.
Sanadni kun Amajjii 25, 2014 guyyaa ragga’e kanarraa eegalee mariin Paartilee siyaasaa gidduutti taasiifamu hanga xumuramutti hojiirra kan oolu ta’uu ibsameera.
Taarikuu Laggasaatu gabaase.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.