Fana: At a Speed of Life!

Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne

Finfinnee, Gurraadhala 10, 2012 (FBC) -Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne.

Bu’uurumaa kanaan:-

Paartii Demokiraasii Ityoophiyaa Gamtoome

Paartii Waligalaa Ummata Amaaraa

Paartii Bilisummaa fi Nageenya Gamtaa Ityoophiyaa

Lammiilee Ityoophiyaa Haqaa Hawwaasummaaf

Paartii Bilisa Baasaa Affaar fi

Paartii Demokiraasii Boroof boordiin filannoo biyyooleessaa Ityoophiyaa waraqaa bekkamti laachuusa beeksiseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.