Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waldaa Hojii Gamtaa Shamattootaaf liqii Birrii miiliyoona 500 laate

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waldaa Hojii Gamtaa Shamattootaaf liqii Birrii miiliyoona 500 laateera.

Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee liqichi karaa dhaabbata liqii fi qusannoo akka laatamu himaniiru.

Aadde Adaanach Abeebee liqichi qonnaa fi oomishaalee warshaa akka ooluu ibsuun, qaala’iinsa jireenyaa hawaasa tasgabeessuuf kan kayyeeffatedha jedhaniiru.

Fatiyaa Abdallaatu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.