Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Shaampiyoonaa ta’e

Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)-Dorgommiin Shaampiyoona Ispoortii Manneen Barnootaa Oromiyaa 5ffaan Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti guyyoota 12’f gaggeeffamaa ture xumurameera.

Shaampiyoona kana irratti godinaaleen 10 fi Bulchiinsa Magaalotaa 16, gosoota ispoortii adda addaa hirmaachaa turaniiru.

Haaluma kanaan Bulchiinsi Magaalaa Shaggar, meedaaliyaawwan 11 fi Waancaa 3 argachuun shaampiyoona ispoortii manneen barnootaa Oromiyaa 5ffaa bara 2016 ta’uun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.