Fana: At a Speed of Life!

Buufanni keeniyaa Laamuu baatii Waxabajjii dhufu Ityoophiyaaf tajaajila laachuu eegala

Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) –  Buufanni keeniyaa Laamuu baatii Waxabajjii dhufu Ityoophiyaaf tajaajila laachuu akka eegalu ibsame.

Dura Taa’aan proojaktii Laapseet Meejar jenaraal Tituusuu Ibuuy baatii Waxabajii Ityoophiyaarraa meeshaa geejibsiisuu akka eegalamu beeksisaniiru.

Meejar jenaraal Tituusuu Ibuuy hojiiwwan hafan yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf hojjetamaa akka jiru kaasaniiru.

Proojaktichi Ityoophiyaa, Keeniyaa fi Sudaan walqunnamsiisa jedhameera.

Buufatichi waliigalaan baasii gara Doolaara biiliyoona 5tti akka tilmaamamu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.