Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan naannoo Tigraayiif deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiifte

Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Chaayinaan naannoo Tigraayiif deeggarsa meeshaalee yaalaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolan taasiiftee jirti.
Haguugguu fuulaa kuma 36, uffataalee ogeeyyii yaala fayyaa kuma 1 fi 500 fi meeshaalee hargansuu garaagaraa deeggarsa taasiifteerti.
Hojii Raawwachiisaa olaanaan bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Dooktar Abrahaam Balaay Ityoophiyaatti gorsaa Diingadee fi Daldalaa Imbaasii Chaayinaa Lii Yuu harkaa deeggarsicha fuudhaniiru.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.