Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Mawunitti balalii eegale

Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Bootsiwaanaa Magaalaa Maawunitti balalii taasisuu eegaluu beeksise.

Waxabajjii 3, 2016 irraa eegalees torbanitti yeroo sadii balaali kan gaggeessu ta’uu ragaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Balalii garasitti taasisu eegaluu hordofees Bootsiwaanaa Magaalaan Maawuun daandichaaf bakka ga’umsaa 2ffaa akka ta’uu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.