Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa balallii gara Damaamitti taasiisu irra deebiin eegaluufi

Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Saa’uud Arabiyaa Damaamitti taasisu adda kutee ture irra deebiin eegaluuf ta’uu beeksise.
Daandiin qilleensichaa Caamsaa 24, 2014 eegalee torbeetti yeroo sadi gara Damaamitti balallii kan taasisu ta’uu ragaan Fuula miidiyaa Hawaasummaa dhaabbatichaarraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.