Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan guuttattee ta’uu beeksise

Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)-Daandii Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan guuttattee ta’uu beeksiseera.

Bakka bu’aa oduu Sudaan kan ta’ee Suunaa daandiin qilleensichaa Sanbata darbee galgalaa meeshaalee waaraanaa gara Sudaaniitti imalchiisee seeraan alaa jedhamee qorannoo irratti gaggeeffamaa jira jechuun gabaaseera.

Daandiin Qelleensa Ityoophiyaa gabaasicha waliin walqabsiisee ibsa baaseen, daandiin qilleensichaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan guuttattee ta’uu beeksiseera.

Meeshiicha imalchiisuuf Ministeera Dhimmaa Alaa Sudaaniifis xalayaa akka ergameef kan ibsame.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.